WAAJJIRRa MILISHAA OROMIYAA

Waajjirri Milishaa Oromiyaa Bu’uura Labsii Qaamolee Raawwachiiftuu Mootummaa Naannoo Oromiyaa Irra Deebiidhaan Gurmeessuu, Aangoo fi Hojii Isaanii Murteessuuf Bahe Labsii Lakk. 242/2014 tiin of-danda’ee akka waajjiraatti kan hundeeffame yoo ta’u, itti fayyadama Tekinoloojii Mana Hojichaa cimsuuf Sistema Sirna Bulchinsaa Milishaa (Militia Management System) Kan Misomsee Yo ta’uu. Sisteemii Kun Yeroo kan qusatuu, qissasama bajataa kan hirdhisuu fi Itti fayyadamuuf salphaa kan ta’edha.